Qophii Addaa ONM-ABO Guraandhala 23-2025 itti dhiyaadhaa!

14 hours ago
19

Dhimma Maqaa Maree Araaraa KFO, ABO fi PP jedhuun deemaa jiru, fedhii PPn jijjiirama siyaasaa fiduu qabaa? Jedhu, Bu'aan maree PP waliinii maali, haala Kaaba impaayerattii fi Eertiraa akkasumas maree hawaasa Oromoo waliin Waashingitan DC fi Kaanaadaa ilaalchisuun maree Dr. Tsaggaayee Araarsaa waliin goone. Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya bariibilisummaa103@gmail.com Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...