Qophii Caayaa Dubartoota Oromoo ONM-ABO Muddee 4-2024 itti djhiyaadhaa!

2 months ago
30

Holola Bilxiginnaa, calaluu Moonaa Qabsoo Oromoo,Miidhaa Uummata Oromoo irraatti Murnaa finxaaleyyii Faannoo fi Murnaa Bilxiginnaan gaha jiru,Barbaachisummaa dubarti Oromoo damaqsuu fi hidhaachisu akkasumas Dubaroota Oromoo sirnaa Maafiyaa PPn sobamani yookiin dantaa dhuunfan bitamanii maqaa haadha siinqeentin Uummata Oromoo dogongorsaa jiran irraatti maree Jaal Haadha Qabsoo fi Jaal Urjii Dhaaba Waliin turtii taasifna
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...