Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Fulbaana 19-2024 itti dhiyaadhaa!

4 months ago
29

Miidhaa Oromiyaa keessatti itti fufee jiru, Tarkaanfii fi Eebba Qondaaltota WBO, Kabaja Ayyaana Irreechaa fi Siyaasa Bilxiginnaa, Rakkoo Impaayerattii keessaa fi Gaanfa Afrikaa irratti maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...