Qophii Addaa ONM-ABO Adoolessa 3-2024 itti dhiyaadhaa!

8 months ago
87

Dhimma Kora Miseensotaa fi Hawaasaa ABO-WBO godina Awurooppaa, dhimmoota sagantaan sun xiyyeeffatu, haala uummataa fi qabsoo Oromoo ilaalchisuun maree Dura taa'aa Jaarmiyaa ABO-WBO Godina Awurooppaa Luba Dr. Bantii Ujuluu fi Itti gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasaa Jaarmiyaa ABO-WBO biyya alaa Jaal Cichaa Goobaa waliin turtii goone!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...