Qophii Addaa ONM-ABO Caamsaa 16-2024 itti dhiyaadhaa!

8 months ago
72

Qophii Addaa ONM-ABO Caamsaa 16-2024 itti dhiyaadhaa! Dhimma ajjeechaa Oromiyaa keessatti itti fufe, daawwannaa Abiy Ahimed Naqamteetti godhe, koomishiniin maree biyyaalessaa bu'aan isaa maali, tasgabbii dhabuu impaayerattii fi kanneen biroo irratti turtii Dr. Luba Bantii Ujuloo fi Jaal Galataan Bantii waliin turtii taasisne! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...