Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Caamsaa 9-2024 itti dhiyaadhaa!

9 months ago
85

Ajjeechaa Oromiyaa keessatti itti fufe, Imala Abiy Ahimed Naqamteetti taasise, Qorannoon ajjeechaa Jaal Battee adda cituu, daandiin xiyyaara Itoophiyaa kan sabqeenxee ta'uu, wal himannaa Humna Saffisaa Sudaanii fi TPLF irratti marii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo Caamsaa 9 waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa.

Loading comments...