Qophii Addaa ONM-ABO Ebla 14-2024 itti Dhiyaadhaa!

9 months ago
61

Ajjeechaa Oromoota irratti jabaate, hidhaa awwaalcha Jaal Battee Urgeessaa waliin wal qabate, Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa akkasumas Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 ilaachisee maree Jaal Naatoo Lammii fi Jaal Niimoonaa Fayisaa waliin taasisan!Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!

Loading comments...