Qophii Addaa ONM-ABO Bitootessa 17-2024 itti Dhiyaadhaa!

11 months ago
99

Haala Oromiyaa, Tarkaanfii WBO, Kabeebsaa Maree Hawaasaa Abiy Ahimed itti jiruu, Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo fi Bilxiginnaa, Senegaalitti Mormitootni gadhiifamuu irratti turtii Jaal Naatoo Lammii fi Jaal Booree Addunyaa waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!

Loading comments...