QOPHII ADDAA(MIILTOO DHUGAA): Haala Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi Impaayera Itoophiyaa

1 year ago
6

Gurraandhala 4, 2024:
Marii Haala Yeroo Ammaa Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo Akkasumas Impaayerri Itoophiyaa Keessa Jiranii fi Fala Hegeree Irratti Marii Hayyuu Oromoo Pirofeesar Asaffaa Jaalataa Waliin Taasifame

Loading comments...