Uggurri Geejjibaafi Gabaa marsaa kanaa har'a galgala sa'a 12 irraa kaasee ni gadhiifama.