ODUU FNN: Lammiileen Oromoo Walloo 300 Ol Tahan Hidhaan Dararamaa Jiru

11 months ago
45

Oduun FNN harraa akka ibsutti:
Lammiileen Oromoo Walloo waggootaaf seer malee hidhamuun murtii dhorkataman nyaata lagannaa jalqabuutu himame

Godina Gujii Aanaa Wadaraa keessatti humnooti PP barsiisota kaan ajjeesee kaan fuudhee bade. Manni barnootaas cufamee jira.

Gujii Bahaatti WBOn humnoota diinaa hedduu ajjeesee hedduu irraa qawwee hiikkate.

Humnooti mootummaa maatii Qabsaawotaa hidhuu fi dararuu itti fufe jira.

Oduu kanaa fi kana kan fakkaatan qabannee irra

Turtiin keessan nu waliin haa tahu.

#ABOWBO #Oromoo #Oromiyaa #PP

Loading comments...