BIRMADUU

19 Followers

Birmadummaatti akka nuyi jiraannuuf Kristos birmaduu nu baase; kanaaf itti jabaadhaa dhaabadhaa! Deebitaniis waanjoo garbummaa jalatti hin qabaminaa! Gal 5:1 Birmadummaan jireenya nama dhuunfaa fi hawaasa keessatti waan bu’ura fi waan dursa ti. Kanaaf Birmaduu Median barnoota guutumaa namummaa gabbisaan fi walabummaa, wal-qixxummaa, firdii qajeela, akkasumas sirna dimokraasii jajjabeessan adda addaa isiiniif dhiheessa. Kunis dubbii nami-tokke, maree, xinxalaa, yaadaa, fi falmi adda addaa ni dabalata.